3 thoughts on “(no-name)”

  1. Achalu Kebenessa

    Dhaabbani AKAM dhaabata miti-mootummaa godina lama keessatti kan hojjatu yoo ta’u isaanis godina shawaa dhihaa fi godina shawaa kibba lixaa keessatti yoo ta’u hojjileen dhaabbanni kun godina lamaan kana gandoota filataman keessatti hojjatus adda durummaan dubartoota kan giddu-galeeffate yoo ta’es karaa dubartootaa maatiin hundi akka fayyadaman gochuun darbees jijjirama dinagdee ykn guddina dinagdee biyya irraatti akka dhufu taasisu dha taasisas jira.Karaaleen dhaabbanni kun itti misooma hojjachaa jiru keessa wal-qixxummaa saalaa mirkaneessu,hojilee kuduraalee/vegetables mana boro/dubee (back-yard) fi mana duree (Fore-yard) ,jijjirama qilleensa/climate smart agriculture/,Income saving approach(galii argatan irraa qusannoo akkataa itti qusatan barsiisuu),darbees nyaatan akka of danda’aanii fi nyaata madalama akka nyaatan barsiisu.Yoo kun ta’e ijoollee fayyaa qaban,dhiiroota fi dubartoota gaafa walitti ida’amu namoota fayyaa qaban adeemanii,hojjatanii milka’uu danda’an taasisuu dha.Kana malees qulqullina naannoo isaanii akka eegatan barsiisa jira.Hojileen bara 2022 A.H hojjatamaa jiran keessa murasni isaanii suuran akka armaan gaditti ilaaluun ni danda’ama.

  2. Dear Achalu
    Thanks for your very nice observation. We keep on learning and improving to excel.
    Thanks, Tamene

  3. The Women Empowerment Project supported by DFATD of Canada under the Canada Fund for Local Initiative (CFLI) strengthened 484 women farmers organized in 24 women groups. These groups actively engaged in improved good farm management, business, and social development practices.
    Women farmers are not only actively engaged in climate-smart and nutrition-sensitive agricultural practices but also in business development at the group level and implementation of activities that are benefiting the wide community.

Leave a Comment

Your email address will not be published.